Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Puutiin MM Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Raashiyaa Vlaadmiir Puutiin Muummee Ministiraa  Abiy Ahmadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.

Preezdaanitichi hawwii gaarii Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiif qaban dabarsuu ragaan Mana Maree Federeeshiniirraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.