Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsnaniiru.

Preezdaant Saahilawarqi hordoftooa amantaa Kiristiyaanaa maraan baga guyyaa dhaloota Iyyasuus Kiristoos nagaan geeessaan jechuun hawwii qaban ibsaniiru.

Wayita ayyaana kana kabajnu kan hin qabne gargaaraa, weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo barbaachisu taasisuun ta’uu qabna jechuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni agarsiisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.