Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee shamarran bakka gaarii akka ga’aniif manneen barnootaa keessatti haalli mijataan uumamuufi akka qabu himan

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Preezdaantii Saahilawarqi Zawdee fi Ministirri Barnootaa Dooktar Geetaahuun Makuriyaa guyyaa dubartootaa sababa godhachuun Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Tullu Diimtuu daawwataniiru.
Daawwanichaan manneen barnootaa keessatti deggarsaa fi haala kenninsa barnootaa barattoota shamarraniif kennamu irratti ibsi ta’eeraafi.
Wayita kana Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee shamarran bakka gaarii akka ga’aniif manneen barnootaa keessatti haalli mijataan uumamuufi akka qabu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.