Fana: At a Speed of Life!

Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’e

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Qidduus Giyoorgis Shaampiyoonaa Tapha Beetkiingii Priimayer Liigii Ityoophiyaa bara 2014 ta’eera.
Tapha marsaa xumuraa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Magaalaa Finfinnee goolii 4 fi 0n injifachuun shaampiyoonaa barichaa ta’eera.
Shaampiyoonaan bara darbee Magaalaan Faasiil sadarkaa 2ffaan xumureera.
Magaalaan Adaamaa Hawaasaa goolii 3 fi 2n injifachuun hirmaannaa Priimayer liigichaa bara 2015 argateera.
Sabbataa, Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Finfinnee gara Liigii Olaanootti bu’aniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.