Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin Bu’uuraalee misoomaa fi Diinagdee Gooroo gamaaggamamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Raawwiin Bu’uuraalee misoomaa fi Diinagdee Gooroo baatiiwwan jahan darbanii bara baajataa 2016 gamaaggamamaa jira.
Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaa, Itti Gaafatamaan Waajjira Ministira Muummee fi Ministirri Dhimmoota Kaabinee Alamtsahaay Phaawuloos, Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti gamaaggamni raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii kun gaggeeffamaa jira.
Raawwiin kilaastera kanaa galmoota misoomaa waggaa 10 qabame milkeessuuf kan dandeessisu ta’us raawwii caalmaaf murannoo hoggansaa fi qindoomina kan gaafatu ta’uu eerameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.