Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo Arba Baabilee irra gahaa jiru hambisuuf hunduu gahee isaa bahu qaba – Muummee Ministiraa FDRI duraanii Hayilamaariyaam Dassaalany

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Mariin Arba Baabilee baraaruuf qophaa’e Magaalaa Jigjigaatti taa’amaa jira.
Marii fi sirna walii galtee qaama Arba Baabbilee kanarratti hoggantoonni Federaalaa fi Naannoolee Sumaalee fi Oromiyaa hirmaataniiti jiran.
Itti Aanaan Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad, rakkoo Arba Baabbilee irra gahu hambisuuf hunduu gahee isaa bahu qaba jadhan.
Koomishiniin Koomishinara Kunuunsa Qabeenya Bosonaa fi Jijjiirama Qilleensaa Federaalaa Proofeessar Fiqaaduu Bayyanaa, madaala uumamaa eeguuniifi qabeenya uumamaa qabnu kunuunsuun, badhaadhina biyyaa mirkaneessu qabna jadhan.
Muummee Ministiraa duraanii fi hundeessaan Faawundeeshinii Hayilamaariyamii fi Roomaan obbo Hayila Maariyaam Dassaalany ummanni Oromoo fi Sumaalee duudhaa qabeenya uumamaa kunuunsuu qabu cimsuun Arba Baabbilee balaa jalaa baraaru qabu jadhaniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.