Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo mootummaa waliin qabnu biyya keenya karaa hin miineen hiikuu qabna – Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 4ffaan “Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi Kabaja Biyyoolessaa” mata duree jedhuun geggeeffamaa jira.
Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin marichaaf yaada ka’umsaa dhiyeessaniiru.
“Rakkoo mootummaa waliin qabnu biyya keenya karaa hin miineen hiikuu qabna, kana malee biyya dhabuun gatii cimaa nu baasisa” jedhan Ambaasaaddar Diinaan.
Ambaasaaddar Diinaa Muftii qabxiilee gurguddoo yaada adda addaa marichaaf dhiyeessuuniiru.
Dhimmoota biyya keessaa fi alaarraatti yaada ka’umsaa dhiyeessuun mariin irratti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Komiiniikeeshinii Mootummaa naannoo Oromiyaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.