Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.

Haaluma kanaan Riyaal Maadriid – Cheelsii,

Beeniifikaa – Intar Miilaan

Maanchiisteer Siitiin – Baayer Muunik

AC Miilaan – Naappoolii waliin tapha nuusa xumuraaf ramadamaniiru.

Taphoonni marsaa jalqabaa Eebila 3 fi 4, 2015 kan taphataman yoo ta’u, taphoonni deebii ammoo Eebila 10 fi 11, 2015 taphatamu jedhameera.

Taphni Maanchiisteer Siitiin Baayer Muunik waliin taphatu tapaha cimaa rammaddichaa jedhameera.

Taphni xumuraa Waxabajjii 3,2015 kan tapahatamu ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.