Fana: At a Speed of Life!

Sagantaa “Ityoophiyaan isin waamti” jedhuun Biriin miiliyoonni dhibbi1fi miiliyoonni 60 walitti qabame

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Qopheessummaa magaalaa Goondariin sagantaa galii walitti qabuu magaalaa Finfinneetti sagantaa “Ityoophiyaan isin waamti” jedhuun gaggeeffameen Biriin miiliyoonni dhibbi1fi miiliyoonni 60 walitti qabamuu ibsame.

Sagantichaan abootii qabeenyaa dhuunfaa dabalatee dhaabbileen mootummaa garaagaraa deeggarsa taasisaniiru.

Galiin sagantaa kanaan walitti qabame Raayyaa Ittisa Biyyaa, humna Addaa naannoo Amaaraa, qaamolee nageenyaa biro fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif kan oolu ta’uu AMK gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.