Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxirii magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffamaa jira.

Sagantichi Baambisii hanga addabaabayii Meeksiikootti sirna hoo’aa ta’een gaggeeffamaa jira.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.