Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan baniinsa kadhannaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa kadhannaa biyyaalessaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee dureewwan amantaa fi hirmaattoonni garaagaraa argamuun rakkoolee dhimmoota waqtaawaarratti kadhannaa taasiisuu jiru jedhame.
Ityoophiyaanoonni hundi yeroo rakkisaa fi dhiphinaa kana waloon ta’uun onnee tokkoon waaqa akka kadhataniif sagantaa labsame ta’uu himameera.
Sagantaan kadhannaa biyyyaalessaa guyyoota 7f turu har’a ifatti eegalameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.