Fana: At a Speed of Life!

Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’e

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) – Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’e.
Sanadni sirna qajeelfama yakkoota karaa seeraa alaa daangaa ce’an qorachuu fi kaa’uuf gargaaru qophaa’ee Siivii Poolii Gaanfa Afriikaa, Abbaa Alngaa Waliigalaa akkasumaas komishinii poolisii Federaalaa gidduutti walharkaa fuudhinsi taasifamuu Abbaan Alanagaa Waliigalaa beeksise.
Itti Aanaa Abbaa Alngaa Waliigalaa Federaalaa obbo Fiqaaduu Tsaggaa yakki namoota daldaluu fi karaa seeraa alaa daangaa ceesisuu biyyoota addunyaatti babbal’achaa jiraachuu himaniiru.
Yakkoota kana qorachuu fi kaa’uuf kan dandeessisu qajeelfamni qophaa’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.