Fana: At a Speed of Life!

Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha Waancaaf darbuu mirkaneeffatte.

Deeyiloon daqiiqaa 70ffarratti, Gaayyeen daqiiqaa 76ffaarratti, Sayidoo Maaneen daqiiqa 87ffarrattin Seeneegaaliif goolii tokko tokko lakkoofsiisaniiru.

Seeneegaal Waancaa Afrikaarratti yeroo 16 kan hirmaatte yoo ta’uu, kan ammaa dabalatee
yeroo 3 xumuraaf geesserti.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.