Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan dorgommii Teekwaandoo Finfinneetti eegale

Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaan kilabootaa Teekwaandoo 2015 Finfinnee ispoortessitoota 500 hirmaachisee eegalame.

Dorgommii Shaampiyoonichaan Kilaboonni 45 akaakuuwwan damee ispoortichaa 12’n koorniyaa lamaanuun kan hirmaatan ta’uun eerameera.

Waliigalaan ispoortessitootaa 500 akka hirmaatan ragaan biiroo ispoortii fi daraggootaa finfinneerraa argame ni mul’isa.

Dorgommiin kilaboota teekwaandoo 2015 Adoolessa 5, 2015 xumurama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.