Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan qaxxaamura biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Hurufa Boombii 39ffaan qaxxaamurri biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffameera.

Fiigichicha dura sochiin Ispoortii hawaasaa qopheessummaa Ministeera Aadaa fi Ispoortiin gaggeeffameera.

Sosochii Ispoortii hawaasaa kanarratti ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Ambaasaaddar Masfin Charinnat, Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Koolooneel Atleet Daraartuu Tulluu dabalatee kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajaalee Mardaasaan fiigicha Hurufa Boombii 39ffaa gaggeeffamaa jiru kanarratti argamaniiru jedhame.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.