Fana: At a Speed of Life!

Shakkamtoonni garee Shaneef meeshaalee waraanaa dhiyeessaa turan to’ataman

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) –Shakkamtoonni garee Shaneef meeshaalee waraanaa dhiyeessaa turan 2 to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.

Shakkamtoonni kunnen magaalaa Finfinnee naannawaa Labuu ka’uun Bireenii 1 fi rasaasa Kilaashinkoovii 263 garee Shaneef dhiyeessuuf imalaa turan magaalaa Hoolataatti to’atamuu ibseera.

Shakkamtoonni kunneen sanadoota sobaa adda addaa waliin to’atamuu ragaan Poolisii Federaalarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.