Fana: At a Speed of Life!

Shamarree Maahidar Fiqaaduu barreedduu Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 taate

Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Dorgommii miidhaginaa Miis Tuurizimii Oromiyaa marsaa 3’ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame shamarree Maahidaar Fiqaaduu injifatteetti.

Dorgommii kana irratti waliigalaan Shamarran 15 kan hirmaatan yemmuu ta’u, shamarran 1-3’tti ba’uun dorgommicha injifataniif badhaasni Birrii kuma 100 – 200 kennameera.

Miidhagduu Miis Tuurizimii Oromiyaa bara 2015 kan turte shamarree Hawwii Maatiyoos, Gonfoo bareedinaa Miis Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 kan injifatte shamarree Maahidar Fiqaaduuf dabarsitee kennuu ragaan Komishinii Turizimii Oromiyaarraa argame ni mul’isa. .

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.