Fana: At a Speed of Life!

Siidaan Injiinar Simmanyaw Baqqalaa ebbifame

Finfinnee, Gurraandhala 12,2012 (FBC) -Siidaan yaadannoo hoji gaggeessaa Proojaktii Hidha Haaromsaa Injiinar Simmanyaw Baqqalaa ebbifame.
 
Bakka buutonni dhaabbilee addaddaa fi maatin Injiinar Simmanyaw Baqqalaa abaaboo kaa’aniiru.
 
Siidicha kan ijaarsise Humna Elektiriika Ityoophiyaati jedhameera.
 
Siidaan yaadannoo kun iddoo awwaalcha isaanii Sillaasetti ijaarrame.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.