Fana: At a Speed of Life!

Sirni Kadhannaa Kamisaa manneen Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii waloomaa adda addaa keessatti raawwatame

Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Sirni Kadhannaa Kamisaa manneen Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii waloomaa adda addaa keessatti raawwatameera.

Sirnichi Paatiriyaarikiin Mana amantichaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaasii fi dureewwan amantichaa bakka argamanitti Gadaamii Qulqulluu Maariyaamitti gaggeeffameera.

Guyyichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti sirna qulqulleessaa, miila dhiquu, kadhannaa fi sagadaan gaggeeffamuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.