Fana: At a Speed of Life!

Sochooftota kuma 12’f furtuu bakka hojii kenname

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Intarpiraayizoota kuma 2 fi 389 gurmaa’aan sochooftota kuma 12’f furtuun bakka hojii kennameera.

Saganticharratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee qondaaltonni bulchiinsa magaalichaa argamuu ragaan Waajjira Kantiibaa Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.