Fana: At a Speed of Life!

Sosochiin manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuu gaggeeffamuufi

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sadarkaa manneen barnootaa fi bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa fooyyessuuf sosochi ummataa Dilbata dhufu akka eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Sosochichi qulqullina barnootaa eegsisuuf hojiilee hojjetaman kan tumsu ta’uu Ministirri ministeerichaa Pirofeessar Birhaanuu Naggaan ibsa kennaniin beeksisaniiru.

Sosochichaan manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuuf karoorfamuu ibsaniiru.

Yeroo ammaas manneen barnootaa biyyattii sadarkaa gadi ta’uu eeruun, sosochii kanaan waggoottan shanan dhufan sadarkaan manneen barnootaa akka fooyyeffaman eegama.

Adaanech Abbabaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.