Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoota eegamantu taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa har’as itti fufee kan taphataman yoo ta’u, ramaddii 4’n taphoonni ramaddii 2ffaa ni taphatamu.

Haaluma kanaan ramaddii 5ffaa jalatti kan argaman Jaappaanii fi Kostaarikaan sa’aatii 7:00 irratti, akkasumaas ramaddii kana jalatti kan argaman Jarmanii fi Ispeen halkan sa’aatii 4:00 irratti walmorkatu.

Taphoota har’aatiin, ramadii 6ffa jalatti kan argaman Beeljiyamii fi Morookoon sa’aatii 10:00’rratti, Kirooshiyaa fi Kanaadaan sa’aatii 1:00 irratti akka taphaatan sagantaan bahee ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;.
Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.