Fana: At a Speed of Life!

Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamuun barbaada – Yergan Kiloop

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamu fedhii qabaachuu Leenjisaan Liivar Puul Yergan Kiloop ibsaniiru.

Murtoon gooliin Liivar Puul lakkoofsise akka haqamtu taasiifame murtoo dogongoraa ta’uu ibsaniiru.

Taphni murtoo dogongoraan Tootanihaam goolii 2 fi 1 Liiva Puul injifate irra deebiin akka taphatamu fedhii qabaachuu ibsa miidiyaaleef kennaniin kaasaniiru.

Murtoon Vaar dogongora waan tureef furmaanni isaa taphni akka irra deebi’amu taasiisudha jedhan.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.