Fana: At a Speed of Life!

Taphni xumuraa waancaa Afrikaa har’a galgala ni gaggeeffama

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Taphni xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti ni gaggeeffama.

Ijipti yeroo torba shaampiyoonaa waancaa Afrikaa yoo taatu, yeroo 8ffaaf har’a falmiin taasiiftu ni eeggama.

Seeneegaal Waancaa Afrikaarratti yeroo 16 kan hirmaatte yoo ta’uu, kan ammaa dabalatee
yeroo 3 xumuraaf geesserti.

Falmiin Maanee fi Saalaa gidduutti taasiifamu si’oominaan eegama.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.