Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun ni taphatama

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun kan taphatamuu ta’uu ibsameera.
Sangantaan torbee 13ffaa priimayer liigichaa tapha ha’a sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Kilaba Magaalaa Hawaasaa fi Faasiil gidduutti taphatamuun kan eegalu ta’uu ibsameera.
Magaalaan Hawaasaa qabxii 20n sadarkaa 4 irratti kan argamu yoo ta’u, Faasiil ammoo qabxii 22n sadarkaa 2ffaarratti argama.
Galgala sa’aa 1:00 irraa eegalee Magaalaan Sabbataa Kilaba magaalaa Finfinnee waliin ni taphata.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.