Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a waaree boodaa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a waaree boodaa sa’aatii 9:30 irraa jalqabee tapha Boornimaawuz Liivar Puul keessummeessuun eegalama.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee
Eevartan – Bireentifoord

Liidis Yuunaayiitiid – Biraayitoon

Leesisteer Siitiin – Cheelsii

Tootanihaam – Nootiingahaam Foorest waliin yoo taphatan,

Sa’aatii 2:30 irraa jalqabee taphni Ciristaal Paalaas Maanchiisteer Siitii waliin morkatu ni eegama.

Akkasumad boru waaree booda sa’aatii 11:00 irraa jalqabee Fuulhaam dursaa liigichaa Arsenaal,

Maanchiisteer Yuunaayitiit Saawuz hampitan,

Weestahaam Yuunaayitiid Astoon Viilaa waliin morkiin taasiisan eegama.

Maddi:- BBC Sport

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.