Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon qixa ba’an

Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi 1 fi 0n yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon goolii malee qixa ba’aniiru.

Halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Sudaan Giinii Bisaw waliin ni taphatti.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.