Fana: At a Speed of Life!

Tarkaanfiin garee shororkeessaa shaneerratti fudhatamu cimee itti fufeera

Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaatti gareen shororkeessaa Shanee qaamolee nageenyaa mootummaa waliin waraanaa baneen hidhattoonni garichaa hedduun wayita ajjeefamaan, lakkoofsaan kan hedduummataan ammoo mada’aaniiru.

Hawaasni naannichaas tarkaanfii garicharratti fudhatame gareen ba’uun deeggaruusaanii maddooleen keenyaa mirkaneessaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.