Fana: At a Speed of Life!

Uummanni Ityoophiyaa damee hundaan tumsaan yoo ka’e, bu’aan isaa injifannoodha – MM Abiy Ahimd

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Uummanni Ityoophiyaa damee hundaan tumsaan yoo ka’e, bu’aan isaa injifannoodha jedhan  Muummeen Ministiraa FDRI  Abiy Ahimd.

Adda waraanaan, Dippiloomaasiin, Diinagdeen, Kominikeeshiniin,  galaa qopheessuun, duultota kunuunsuun, nageenya kabachiisuun, lammiilee qe’ee fi qabeenya isaniirraa buqqa’an deeggaruun addaa waraanaa hundatti kan duultan marti baga gammaddan jedhaniiru ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.