Fana: At a Speed of Life!

Waancaan Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi

Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Waancaan Kubbaa miilaa Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi jedhameera.

Waancichi Ityoophiyaa walakkaa baatii Caamsaa  akka dhufu beekkameera.

Waancaan Addunyaa kun agarsiisaaf kan dhiyaatu biyyoota Afrikaa keessaa Ityoophiyaan ishee duraati.

Waancaa kana waliin taphataan sarara fuulduraa garee biyyoolessaa Faransaay duraanii Deeviid Tirzigeet  akka dhufuus beekkameera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.