Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegale

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa guyyaa har’aa eegaleera.

Korechi ajandaalee murteessoo biyyaalessaa fi hojiilee paartiirratti mari’achuun hojiilee gara fuula duraarratti kallattii kan kaa’u ta’uu ragaan fuula miidiyaa hawaasummaa Paartichaarraa argame ni mul’isa.

Koreen hojii raawwachiistuu paartichaa walga’ii guyyoottaan dura gaggeesseen ajandaawwan murteessoo biyyaalessaa fi hojiilee paartichaarratti erga mari’ateen booda hojiilee ittaanan irratti kallattii kaa’uun isaa ni yaadatama.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.