Fana: At a Speed of Life!

Wayita qalmaa gogaa fi kal’eef eeggannoon akka taasifamu gaafatame

Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Wayita qalmaa gogaa fi kal’eef eeggannoon taasifamuun gabaaf akka dhiyaatu Giddugalli Misoomaa fi Qorannoo Bu’aalee Gogaa fi Kal’ee hubachiise.

Wayita ayyaanaatti diinagdeef faayidaa olaanaa kan qabu gogaa fi kal’een kan argaman ta’uu eeruun, wayita qalmi gaggeeffamuu eeggannoo taasisuun hanqina akka qabu eereera.

Hawaasnis wayita ayyaana Qilleettis gogaaf eeggannoo olaanaa akka taasisu Giddugalichi hubachiiseera.
Akkasumas yeroodhaan gabaaf dhiyeessuu akka qabu waamicha dhiyeesseera.

Malaakuu Gaddiftu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.