Fana: At a Speed of Life!

Xiyyaaroonni gara naannoo Tigraayiin galanii fi ba’aan dursanii buufata Xiyyaaraa Boolee qubachuu qabu jedhame

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Xiyyaaroonni gara naannoo Tigraayiin galanii fi ba’aan dursanii buufata Xiyyaaraa Boolee qubachuu akka qaban Qulqulleessii odeeffannoo labsii yeroo aariifachiisaa ibse.

Mootummaan Ityoophiyaa murtoo dhukaasaa dhaabuu erga dabarsee booda dhaabbilee deeggarsa namoomaa laataan waliin waloon hojjechuf fedhii akka qabu irraa deebiin ibseera.

Aviyeeshiniin Siiviil Ityoophiyaa kaabaa biyyattitti balaallii cufuus mootummaan Ityoophiyaa Wiixata dhufurra eegalee naannoo Tigraayitti qaamolee deeggarsa namoomaa  dhiyeessuu barbadaaniif deeggarsa taasisuu akka danda’aan ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.