Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa lammiilee godina Walloo Kibbaa gochaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu taasisuu ibsame.

Lammiilee miidhaan irra ga’e hedduu ta’uu fi hojiin deebisanii dhaabuus kan hundaa ta’uu barreessaa olaanaan Yaa’ichaa ibsaniiru.

Yaa’ichi deeggarsa daakuu kuntaala 300 fi maakaroonii kaartoonii 600 taasisuu himaniiru.

Fuuldurattis dhaabbileen amantaa hundi lammiilee miidhaman deebisanii dhaabuuf ga’ee isaanii kan ba’atan ta’uu kaasaniiru.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.