Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa magaalaa Sulultaatti dubartoota harka qaleeyyiif deeggarsa taasise

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Sulultaatti dubartoota harka qaleeyyiif deeggarsa taasisuu ibsameera.

Barreessaan waliigalaa Yaa’ichaa Lubni Taagaay Taaddalaa magaalichatti argamuun deeggarsa kana laataniiru.

Deeggarsichi meeshaalee quluqullinaa garaagaraa ta’uu ibsameera.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.