Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala.
Yaa’iichi mata duree ‘aartiin, aadaa fi bocaan Afrikaa barbannuu ni ijaarra’ jedhuun ni gaggeeffama.
Hooggantoonni Gamtichaa dhimmoota biyyaa fi naannoorratti marii xiyyeeffatee ni gaggeessuu jedhameet eegama.
Afrikaan miidhaa weeraara vaayrasii koroonaatin isheerra ga’ee haala kamiin dandamachuu akka dandeessuu irratti yaanni dhiyaatee ni mari’atuun eegama.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.