Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Maaykiroo Faayinaansii biyyaalessaa 11ffaan gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Yaa’iin Maaykiroo Faayinaansii biyyaalessaa 11ffaan magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffame.

Yaa’icha Inistiitiyuutiin Maaykiroo Faayinaansii Ityoophiyaa fi dhaabbanni Liqii fi Qusannaa Amaaraa waliin ta’uun qopheessuu ibsameera

Yaa’ichi waggaa lama lamaan kan gaggeeffamu yoo ta’u, kan bara kanaa mata duree “ tajaajila faayinaansii diijitaalaa beeksisuu fi diinagdee vaayrasii Koroonaan qabbanaa’e cimsuu” jedhuun ta’uu ibsameera.

Yaa’icharratti hoggantoota olaanoo naannichaa dabalatee hayyoonni diinagdee fi qaamolee dhimmi ilaallatu hirmaachuu AMKn gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.