Fana: At a Speed of Life!

Yuuniiseef Birrii miiliyoona 9.3 naannoo Beenishaanguul Gumuziif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) – Dhaabbanni deeggarsa Daa’immanii Idil addunyaa naannoo Beenishaanguul Gumuziitti suphaa dhaabbilee bishaanii sababa waraanaan barbadaa’aniif kan oolu Birrii miiliyoona 9.3 ol deeggarsa taasiiseera.

Deeggarsichi dhaabbilee Bishaanii barbadaa’an 453 suphuu danda’a jedhame.

Dhaabbilee sababa waraanaan miidhaman suphuun hawaasaaf tajaajila bishaan dhugaatii dhiyeessuuf qooda olaanaa qabaachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.