Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsitiiwwan garagaraa barattoota eebbisiisan

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan Baahir Daar, Waaldiyaa, Dabaarq, Walayittaa fi Miizaan Teeppii barattoota sangatawwan garagaraatin leenjisaa turan eebbisisaniiru.
Yuunvarsiitii Baahir Daar barattoota kuma 5 fi 117 yoo eebisiisuu, kanneen keessaa kumni 1 fi 623 dubartoota.
Yuunvarsiitiin Waaldiyaa barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture digrii jalqabaatin kuma 2 fi 785 eebbisiseera.
Yuunvarsiitiin Dabaarq digrii jaqlabaatin barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture 773 yeroo jalqabaaf eebbisiseera.
Haaluma wal fakkatuun Yuunvarsiitii Miizaan Teeppii barattoota kuma 2 ol akkasumas Yuunvasiitiin Walaayitta Sooddoo barattoota kuma 5 fi 310 eebbisiseera.
Bisraat Mangistuu, Aganyaw Ababbaa fi Xilaahuun Huseentu gabaase
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.