Fana: At a Speed of Life!

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota isaa galateeffate

Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota yeroo dheereef tajaajilan  galateeffate.

Federeeshinichi hojjettoota isaa bara dheeraaf mana hojichaa tajaajilan 6 sirna galateeffanna guyyaa har’aa Hooteela  Eeliyaatti qopheessen badhaasa jajjabeessituu laachuun galateeffateera.

Hojjettoonni kunneen mana hojichaa waggaa 30 hanga 40 tajaajiluun warreen soorrama bahaniidha.

Federeeshinichi tokkoon tokkon isaanii Birri kuma 50 badhaasuu isaa ragaan Federeeshinichaa argame nu muul’isa.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.