Fana: At a Speed of Life!

Asallaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) –Magaalaa Asallaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffameera.

Jiraattonni magaalaa Asallaa hiriirichaan deeggarsa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif qaban agarsiisaniiru.

Hiriirichi mata dure “Gamtaan gara Badhaadhinaatti: jedhuun gaggeeffameera.

Hirmaattoonni milkaa’ina misooma, nageenya, demokraasii fi guddina biyyaatif ni tumsina jedhaniiru.

 

Afawarq Iyyaayyutu gabaase.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.