Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaan geessanii dabarsan

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa geessanii dabarsaniiru.

Aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniitin akka beeksisanitti, seenaa kaleessaa, onnee dhaloota har’aa fi gala dhaloota borii kan ta’e baga ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaan isiin ga’ee jedhaniiru.

Ayyanichi Ministeera aadaa fi tuurizimii waliin magaalaa Finfinneetti bifaa ho’aa  ni kabajamaa jedhaniiru.

Boruu ganama 11:30 irraa eegalee hirmaattootaa kallattii arfan magaalichaarra dhufan waliin kabajuuf qophiin xumurameera jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.