Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyarratti qonnaan bultoota magaalichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyarratti qonnaan bultoota magaalichaa waliin mari’ataniiru.

Marichaan aadde Adaanach Ityoophiyaan waraanaa birmadummaa dirqamtee itti seentee injifannoo akka xumurtuuf raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 taasisuun qonnaan bultoonni magaalichaa shooraa ba’aataniif galateeffataniiru.

Qonnaan bulaan gama isaatiin Ityoophiyaan hanga tasgabbooftuutti mootummaa fi bulchiinsa magaalichaa cinaa dhaabbachuun nageenyaa magaalitti eegsisuuf akka hojjetan ibsaniiru.

Raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisaan cimsanii kan itti fufaan ta’uu ibsuusaanii ragaan waajjira prees seekreetariyaatii magaalaa Finfinneerra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.