Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Finfinneetti manneen waliin jireenyaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee manneen waliin jireenyaa ijaarsarratti argaman daawwataniiru.

Daawwannicharratti aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo magaalichaa hirmaataniiru.

Daawwannaa isaaniitin sadarkaa ijaarsi manneen waliin jireenyaa 40/60 fi 20/80  irra jiru daawwachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaa Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.