Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen lammiilee deeggarsa barbaadaniif manneen jireenya dabarsan

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Yakkatti lammiilee deeggarsa barbaadaan  117f manneen jireenyaa ganda dabarsaniiru.

Dargaggootaa fi dubartootaaf carraa hojii uumuuf manneen daldalaa 26 fayyadamtootaaf dabarsaniiru.

Kutaa magaalichaatti manneen jireenyaa lammiilee  117f darbe maatiiwwan 468 fayyadamoo taasiseera.

Manneen daldalaa ammoo maatiiwwan 130 fayyadamoo taasisaa jedhameera.

Torbe dhuufu kan kabajamuu ayyaanni Idaal Faaxiir  sababeeffachuun hordooftoota amantaa musilimaa 120f hoolaa fi meeshaalee nyaata adda addaa aadde Adaanach Abeebeen laataniiru.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.