Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen muudama 8 laatan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Aadde Adaanach Abeebeen muudama 8 laatan.

Haaluma kanaan;
1. Obbo Mulgeetaa Tafarraa- hogganaa Biiroo Galiiwwanii,

2. Obbo Tafarraa Mollaa- hogganaa Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa,

3. Obbo Jamaal Radii- hoji raawwachiisaa olaanaa kutaa magaalaa Qiirqoos,

4. Obbo Makoonnin Ambaayee- hoji raawwachiisaa olaanaa kutaa magaalaa Boolee,

5. Obbo Shiisammaa G/Sillaasee- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa gurmaa’ina ummataa; kantiibaa

6. Obbo Tatakkaa Baqqalaa- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa gurmaa’inaa; kantiibaa

7. Obbo Xilaahuun Fiqaaduu- sadarkaa hogganaa biirootti gorsaa dhimma hawaasummaa; kantiibaa,

8. Obbo Yatinnaayeet Mulgeetaa- sadarkaa hogganaa biirootti hogganaa keessummeessa komii ummataa ta’uudhan muudamaniiru.

Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen muudamtoonni itti gaafatama laatameef sirnaan akka ba’atan yaadachiisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.