Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Turki waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo, naannawaa fi idil addunyaarratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu isaanii ibsameera.

Hariiroo dippiloomaasii fi tumsa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirratti bal’inaan mari’achuu ragaan Turkitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.