Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan itti dabarsan daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) – Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan guyyoota 14 itti dabarsan daawwatan.

Aadde Adaanach namoota humna ga’aa hin qabne, mootummaadhan deeggarsi taasifameefii Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee keessa jiran daawwataniiru.

Daawwichaan ministirri Ministeera Saayinsii fi Teeknooloojii Proofeesar Hiiruut Gabramaariyaam hirmaataniiru.

Dhiyeessiirrattis itti gaafatamtoota dhimmi isaan ilaallatu waliin mari’atanmiiru.

Haabtaamuu T/sillaaseetu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.