Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) –Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa Jeenii Daan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hawaasummaa fi diinagdee magaalichaa yeroo itti aanu hojiitti hiikkamuu qabaurratti marii bal’aa taasiisuu isaani ibsaniiru.

Hariiroo waloo magaalotaa, ijaarsa dandeettii,Daldalaa fi hojii Invastimaantiirra waloon hojjechuuf walii galuu Aadde Adaanach Fuula Fees Buukii isaaniin ibsaniiru.

Giddugala guddisaafi kunuunsa daa’imman abbaa fi haadha hin qabe Abdii daa’immanii jedhamu bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Abbootiin qabeenyaa Awustiraaliyaa ijaarramuuf yaaddameef hanga ammaatti Biriin miiliyoonni dhibbi 2 ol qophaa’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri yeroo Awustiraaliyaa Jeenii Daan ibsaniiru.

Humni addaa naannichaa marsaa 2n gara adda waraanaa imaluu eeraniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.