Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen 230 Oomaanii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Itiyoophiyaa bakka tursaa Oomaan keessatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuun eegalamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiiseera.

Guyyaa har’aas lammiileen 230 gara biyyaa deebi’uu ibseera.

Lammiilee kuma 1 fi 590 bakka tursaa Oomaan keessatti argaman balallii 6 gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.